An-Naml · 88/93
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naml
وَتَرَى الْجِبَالَ تَحْسَبُهَا جَامِدَةً وَهِيَ تَمُرُّ مَرَّ السَّحَابِ ۚ صُنْعَ اللَّهِ الَّذِي أَتْقَنَ كُلَّ شَيْءٍ ۚ إِنَّهُ خَبِيرٌ بِمَا تَفْعَلُونَ ۝٨٨
Wa taral jibaala tahsabuhaa jaamidatanw wa hiya tamurru marras sahaab; sun`al laahil lazeee atqana kulla shai`; innahoo khabeerum bimaa taf`aloon
📖 Afaan Oromoon
Gaarreenis odoo isheen akka duumessaatti deemtuu kan dhaabbattu ta’uu ishee yaadaa argitaHojii Rabbii wanta hunda jabeessee [ilaali]Dhugumatti Inni waan isin hojjattan keessa beekaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 86-90 — Suuratu An-Naml

86أَلَمْ يَرَوْا أَنَّا جَعَلْنَا اللَّيْلَ لِيَسْكُنُوا فِيهِ وَالنَّهَارَ مُبْصِرًا ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّقَوْمٍ يُؤْمِنُونَ
Sila Akka nuti halkan yeroo isa keessa boqataniifi guyyaa immoo kan keessa arganii (hojjatan) isaaniif goone hin ilaallee? Dhugumatti, kana keessa namoota amananiif mallattooleetu jira
87وَيَوْمَ يُنفَخُ فِي الصُّورِ فَفَزِعَ مَن فِي السَّمَاوَاتِ وَمَن فِي الْأَرْضِ إِلَّا مَن شَاءَ اللَّهُ ۚ وَكُلٌّ أَتَوْهُ دَاخِرِينَ
Guyyaa garrii (xurumbaa) keessa afuufamu wantoonni samii keessa jiranuufi dechii keessa jiran hunduu wantoota Rabbiin fedhe malee yeroo isaan rifatan [wanta ta’u yaadadhu]Hundumtuu salphatoo ta’anii gara Isaa (Rabbii) dhufan
88وَتَرَى الْجِبَالَ تَحْسَبُهَا جَامِدَةً وَهِيَ تَمُرُّ مَرَّ السَّحَابِ ۚ صُنْعَ اللَّهِ الَّذِي أَتْقَنَ كُلَّ شَيْءٍ ۚ إِنَّهُ خَبِيرٌ بِمَا تَفْعَلُونَ
Gaarreenis odoo isheen akka duumessaatti deemtuu kan dhaabbattu ta’uu ishee yaadaa argitaHojii Rabbii wanta hunda jabeessee [ilaali]Dhugumatti Inni waan isin hojjattan keessa beekaadha
89مَن جَاءَ بِالْحَسَنَةِ فَلَهُ خَيْرٌ مِّنْهَا وَهُم مِّن فَزَعٍ يَوْمَئِذٍ آمِنُونَ
Nama gaarii dalage mindaa gaarii sana caalutu isaaf jira; isaan guyyaa san rifannaa irraa nagaa bahoodha
90وَمَن جَاءَ بِالسَّيِّئَةِ فَكُبَّتْ وُجُوهُهُمْ فِي النَّارِ هَلْ تُجْزَوْنَ إِلَّا مَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Namni hamtuu dalage fuulli isaanii ibidda keessatti gonbifamtee “sila waan dalagaa turtan malee mindeeffamtuu?” [isaaniin jedhama]
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
88Aayah

Hiikkaa — An-Naml 88

Suuratu An-Naml Aayah 88 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gaarreenis odoo isheen akka duumessaatti deemtuu kan dhaabbattu ta’uu ishee…

Suuratu Aayah 88/93 — Suuratu An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naml Caqasi, Suuratu An-Naml Hiikkaa, Suuratu An-Naml mp3, Suuratu An-Naml pdf. Aayah 86–90. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers