As-Saffat · 108/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَتَرَكْنَا عَلَيْهِ فِي الْآخِرِينَ ۝١٠٨
Wa taraknaa `alaihi fil aakhireen
📖 Afaan Oromoon
Isaaf (yaadannoo gaarii) warra boodaa keessatti dhiifne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 106-110 — Suuratu As-Saffat

106إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ الْبَلَاءُ الْمُبِينُ
Dhugumatti, kun mokkoroo ifa galaadha
107وَفَدَيْنَاهُ بِذِبْحٍ عَظِيمٍ
Gorra’amaa guddaadhaan isa furre
108وَتَرَكْنَا عَلَيْهِ فِي الْآخِرِينَ
Isaaf (yaadannoo gaarii) warra boodaa keessatti dhiifne
109سَلَامٌ عَلَىٰ إِبْرَاهِيمَ
Nageenyi Ibraahiim irra haa jiraatu
110كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Akka kanatti toltuu hojjattoota mindaa isaaniif kennina
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
108Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 108

Suuratu As-Saffat Aayah 108 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaaf (yaadannoo gaarii) warra boodaa keessatti dhiifne

Suuratu Aayah 108/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 106–110. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers