As-Saffat · 109/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
سَلَامٌ عَلَىٰ إِبْرَاهِيمَ ۝١٠٩
Salaamun `alaaa Ibraaheem
📖 Afaan Oromoon
Nageenyi Ibraahiim irra haa jiraatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 107-111 — As-Saffat

107وَفَدَيْنَاهُ بِذِبْحٍ عَظِيمٍ
Gorra’amaa guddaadhaan isa furre
108وَتَرَكْنَا عَلَيْهِ فِي الْآخِرِينَ
Isaaf (yaadannoo gaarii) warra boodaa keessatti dhiifne
109سَلَامٌ عَلَىٰ إِبْرَاهِيمَ
Nageenyi Ibraahiim irra haa jiraatu
110كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Akka kanatti toltuu hojjattoota mindaa isaaniif kennina
111إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Inni gabroota keenya mu’uminootaa irraayi
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
109Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 109

Suuratu As-Saffat Aayah 109 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nageenyi Ibraahiim irra haa jiraatu

Suuratu Aayah 109/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 107–111. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers