As-Saffat · 24/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَقِفُوهُمْ ۖ إِنَّهُم مَّسْئُولُونَ ۝٢٤
Wa qifoohum innahum mas`ooloon
📖 Afaan Oromoon
Isaan dhaabaa; dhugumatti, isaan ni gaafatamu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-26 — Suuratu As-Saffat

22۞ احْشُرُوا الَّذِينَ ظَلَمُوا وَأَزْوَاجَهُمْ وَمَا كَانُوا يَعْبُدُونَ
“Isaan miidhaa dalagan, hiriyoota (fakkaatoo) isaaniitiifi waan isaan gabbaraa turanis walitti qabaa” (malaykotaan jedhama)
23مِن دُونِ اللَّهِ فَاهْدُوهُمْ إِلَىٰ صِرَاطِ الْجَحِيمِ
“Rabbiin ala (warra gabbaraa turan walitti qabaa); gara karaa ibidda jahiim isaan qajeelchaa
24وَقِفُوهُمْ ۖ إِنَّهُم مَّسْئُولُونَ
Isaan dhaabaa; dhugumatti, isaan ni gaafatamu
25مَا لَكُمْ لَا تَنَاصَرُونَ
Sila maal taataniiti wal hin tumsine?”
26بَلْ هُمُ الْيَوْمَ مُسْتَسْلِمُونَ
Dhugumatti isaan har’a harka kennoodha
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 24

Suuratu As-Saffat Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan dhaabaa; dhugumatti, isaan ni gaafatamu

Suuratu Aayah 24/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers