As-Saffat · 23/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
مِن دُونِ اللَّهِ فَاهْدُوهُمْ إِلَىٰ صِرَاطِ الْجَحِيمِ ۝٢٣
Min doonil laahi fahdoohum ilaa siraatil Jaheem
📖 Afaan Oromoon
“Rabbiin ala (warra gabbaraa turan walitti qabaa); gara karaa ibidda jahiim isaan qajeelchaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 21-25 — As-Saffat

21هَٰذَا يَوْمُ الْفَصْلِ الَّذِي كُنتُم بِهِ تُكَذِّبُونَ
“Kun Guyyaa murtii kan isin sobsiisaa turtaniidha” (jedhama)
22۞ احْشُرُوا الَّذِينَ ظَلَمُوا وَأَزْوَاجَهُمْ وَمَا كَانُوا يَعْبُدُونَ
“Isaan miidhaa dalagan, hiriyoota (fakkaatoo) isaaniitiifi waan isaan gabbaraa turanis walitti qabaa” (malaykotaan jedhama)
23مِن دُونِ اللَّهِ فَاهْدُوهُمْ إِلَىٰ صِرَاطِ الْجَحِيمِ
“Rabbiin ala (warra gabbaraa turan walitti qabaa); gara karaa ibidda jahiim isaan qajeelchaa
24وَقِفُوهُمْ ۖ إِنَّهُم مَّسْئُولُونَ
Isaan dhaabaa; dhugumatti, isaan ni gaafatamu
25مَا لَكُمْ لَا تَنَاصَرُونَ
Sila maal taataniiti wal hin tumsine?”
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
23Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 23

Suuratu As-Saffat Aayah 23 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Rabbiin ala (warra gabbaraa turan walitti qabaa); gara karaa ibidda…

Suuratu Aayah 23/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 21–25. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers