Ad-Dukhan · 46/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
كَغَلْيِ الْحَمِيمِ ۝٤٦
Kaghalyil hameem
📖 Afaan Oromoon
Akka danfuu bishaan ho’aatti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 44-48 — Suuratu Ad-Dukhan

44طَعَامُ الْأَثِيمِ
Nyaata dilaawaati
45كَالْمُهْلِ يَغْلِي فِي الْبُطُونِ
Akka cumaa (siicoo) zaytiitti garaa keessatti danfa
46كَغَلْيِ الْحَمِيمِ
Akka danfuu bishaan ho’aatti
47خُذُوهُ فَاعْتِلُوهُ إِلَىٰ سَوَاءِ الْجَحِيمِ
(Ni jedhama): “Isa qabaatii gara walakkaa ibidda boba’aa harkisaa
48ثُمَّ صُبُّوا فَوْقَ رَأْسِهِ مِنْ عَذَابِ الْحَمِيمِ
Ergasii mataa isaa gubbaatti adabbii bishaan danfaa irraa ta’e dhangalaasaa
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
46Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 46

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 46 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka danfuu bishaan ho’aatti

Suuratu Aayah 46/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 44–48. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers