Ad-Dukhan · 47/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Ad-Dukhan
خُذُوهُ فَاعْتِلُوهُ إِلَىٰ سَوَاءِ الْجَحِيمِ ۝٤٧
Khuzoohu fa`tiloohu ilaa sawaaa`il Jaheem
📖 Afaan Oromoon
(Ni jedhama): “Isa qabaatii gara walakkaa ibidda boba’aa harkisaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 45-49 — Ad-Dukhan

45كَالْمُهْلِ يَغْلِي فِي الْبُطُونِ
Akka cumaa (siicoo) zaytiitti garaa keessatti danfa
46كَغَلْيِ الْحَمِيمِ
Akka danfuu bishaan ho’aatti
47خُذُوهُ فَاعْتِلُوهُ إِلَىٰ سَوَاءِ الْجَحِيمِ
(Ni jedhama): “Isa qabaatii gara walakkaa ibidda boba’aa harkisaa
48ثُمَّ صُبُّوا فَوْقَ رَأْسِهِ مِنْ عَذَابِ الْحَمِيمِ
Ergasii mataa isaa gubbaatti adabbii bishaan danfaa irraa ta’e dhangalaasaa
49ذُقْ إِنَّكَ أَنتَ الْعَزِيزُ الْكَرِيمُ
Dhandhami; dhugumatti, ati simatu cimaa, arjaa (of fakkeessuu) turtee
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
47Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 47

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 47 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Ni jedhama): “Isa qabaatii gara walakkaa ibidda boba’aa harkisaa

Suuratu Aayah 47/59 — Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ad-Dukhan Caqasi, Ad-Dukhan Hiikkaa, Ad-Dukhan mp3, Ad-Dukhan pdf. Aayah 45–49. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers