Al-Fath · 19/29
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Fath
وَمَغَانِمَ كَثِيرَةً يَأْخُذُونَهَا ۗ وَكَانَ اللَّهُ عَزِيزًا حَكِيمًا ۝١٩
Wa maghaanima kaseera tany yaakhuzoonahaa; wa kaanal laahu `Azeezan Hakeemaa
📖 Afaan Oromoon
Boojii baay’ee ta’e kan isaan fudhatanis (galata galche)Rabbiin injifataa, ogeessa ta’eera
🎧 Caqasi

📜 Aayah 17-21 — Al-Fath

17لَّيْسَ عَلَى الْأَعْمَىٰ حَرَجٌ وَلَا عَلَى الْأَعْرَجِ حَرَجٌ وَلَا عَلَى الْمَرِيضِ حَرَجٌ ۗ وَمَن يُطِعِ اللَّهَ وَرَسُولَهُ يُدْخِلْهُ جَنَّاتٍ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ ۖ وَمَن يَتَوَلَّ يُعَذِّبْهُ عَذَابًا أَلِيمًا
(Lola irraa hafuudhaan) jaamaa irra badiin hin jiruHokkolaa irras badiin hin jiruDhukkubsataa irras diliin hin jiruNama Rabbiifi ergamaa isaatif ajajame, (Rabbiin) jannata laggeen ishee jala yaatu isa seensisaNama irraa garagale immoo adabbii laalessaa isa adaba
18۞ لَّقَدْ رَضِيَ اللَّهُ عَنِ الْمُؤْمِنِينَ إِذْ يُبَايِعُونَكَ تَحْتَ الشَّجَرَةِ فَعَلِمَ مَا فِي قُلُوبِهِمْ فَأَنزَلَ السَّكِينَةَ عَلَيْهِمْ وَأَثَابَهُمْ فَتْحًا قَرِيبًا
(Yaa Muhammad!) Rabbiin mu’uminoota yeroo isaan muka jalatti waadaa siif galan irraa jaallateeraWaan onnee isaanii keessa jirus beekeeraTasgabbii isaan irratti buusee injifannoo dhihoo ta’e (sulhii hudeebiyaa) isaaniif galata galche
19وَمَغَانِمَ كَثِيرَةً يَأْخُذُونَهَا ۗ وَكَانَ اللَّهُ عَزِيزًا حَكِيمًا
Boojii baay’ee ta’e kan isaan fudhatanis (galata galche)Rabbiin injifataa, ogeessa ta’eera
20وَعَدَكُمُ اللَّهُ مَغَانِمَ كَثِيرَةً تَأْخُذُونَهَا فَعَجَّلَ لَكُمْ هَٰذِهِ وَكَفَّ أَيْدِيَ النَّاسِ عَنكُمْ وَلِتَكُونَ آيَةً لِّلْمُؤْمِنِينَ وَيَهْدِيَكُمْ صِرَاطًا مُّسْتَقِيمًا
Rabbiin boojii baay’ee kan ishee fudhattan waadaa isiniif galeeraIshee kana immoo isiniif jarjarseHarka namootaas isin irraa qabe(Kanas kan godhe) akka isheen mu’uminootaaf mallattoo taatee, karaa qajeelaas isin qajeelchuuf
21وَأُخْرَىٰ لَمْ تَقْدِرُوا عَلَيْهَا قَدْ أَحَاطَ اللَّهُ بِهَا ۚ وَكَانَ اللَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرًا
(Injifannoofi boojii) biraa kan to’annaa keessan jala hin jirre kan Rabbiin dhugumatti ishee marsetu jiraRabbiin waan hunda irratti danda’aa ta’eera
Al-FathTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MedinanRevelation
19Aayah

Hiikkaa — Al-Fath 19

Suuratu Al-Fath Aayah 19 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Boojii baay’ee ta’e kan isaan fudhatanis (galata galche)Rabbiin injifataa, ogeessa…

Suuratu Aayah 19/29 — Al-Fath الفتح (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Fath Caqasi, Al-Fath Hiikkaa, Al-Fath mp3, Al-Fath pdf. Aayah 17–21. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers