Ar-Rahman · 41/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rahman
يُعْرَفُ الْمُجْرِمُونَ بِسِيمَاهُمْ فَيُؤْخَذُ بِالنَّوَاصِي وَالْأَقْدَامِ ۝٤١
Yu`raful mujrimoona biseemaahum fa`yu`khazu binna waasi wal aqdaam
📖 Afaan Oromoon
Yakkamtoonni mallattoo isaaniitiin beekamuSammuufi miila ni qabamu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 39-43 — Suuratu Ar-Rahman

39فَيَوْمَئِذٍ لَّا يُسْأَلُ عَن ذَنبِهِ إِنسٌ وَلَا جَانٌّ
Ilmi namaas ta’ee jinniin guyyaa san dilii isaa irraa hin gaafatamu
40فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
41يُعْرَفُ الْمُجْرِمُونَ بِسِيمَاهُمْ فَيُؤْخَذُ بِالنَّوَاصِي وَالْأَقْدَامِ
Yakkamtoonni mallattoo isaaniitiin beekamuSammuufi miila ni qabamu
42فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
43هَٰذِهِ جَهَنَّمُ الَّتِي يُكَذِّبُ بِهَا الْمُجْرِمُونَ
“Kun jahannam ishee yakkamtoonni sobsiisaa turaniidha” (jedhama)
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
41Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 41

Suuratu Ar-Rahman Aayah 41 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yakkamtoonni mallattoo isaaniitiin beekamuSammuufi miila ni qabamu

Suuratu Aayah 41/78 — Suuratu Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rahman Caqasi, Suuratu Ar-Rahman Hiikkaa, Suuratu Ar-Rahman mp3, Suuratu Ar-Rahman pdf. Aayah 39–43. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers