Ar-Rahman · 66/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rahman
فِيهِمَا عَيْنَانِ نَضَّاخَتَانِ ۝٦٦
Feehimaa `aynaani nad daakhataan
📖 Afaan Oromoon
Isaan lamaan keessa burqituuwwan dhangala’an lamatu jiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 64-68 — Suuratu Ar-Rahman

64مُدْهَامَّتَانِ
Magariisa gurraacha’aadha
65فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
66فِيهِمَا عَيْنَانِ نَضَّاخَتَانِ
Isaan lamaan keessa burqituuwwan dhangala’an lamatu jiru
67فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
68فِيهِمَا فَاكِهَةٌ وَنَخْلٌ وَرُمَّانٌ
Isaan lamaan keessa fuduraalee, timiraafi rummaanatu jira
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
66Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 66

Suuratu Ar-Rahman Aayah 66 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan lamaan keessa burqituuwwan dhangala’an lamatu jiru

Suuratu Aayah 66/78 — Suuratu Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rahman Caqasi, Suuratu Ar-Rahman Hiikkaa, Suuratu Ar-Rahman mp3, Suuratu Ar-Rahman pdf. Aayah 64–68. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers