Ar-Rahman · 68/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rahman
فِيهِمَا فَاكِهَةٌ وَنَخْلٌ وَرُمَّانٌ ۝٦٨
Feehimaa faakihatunw wa nakhlunw wa rummaan
📖 Afaan Oromoon
Isaan lamaan keessa fuduraalee, timiraafi rummaanatu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 66-70 — Suuratu Ar-Rahman

66فِيهِمَا عَيْنَانِ نَضَّاخَتَانِ
Isaan lamaan keessa burqituuwwan dhangala’an lamatu jiru
67فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
68فِيهِمَا فَاكِهَةٌ وَنَخْلٌ وَرُمَّانٌ
Isaan lamaan keessa fuduraalee, timiraafi rummaanatu jira
69فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
70فِيهِنَّ خَيْرَاتٌ حِسَانٌ
Isaan keessa gaggaarii, babbareedoo ta’antu jira
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
68Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 68

Suuratu Ar-Rahman Aayah 68 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan lamaan keessa fuduraalee, timiraafi rummaanatu jira

Suuratu Aayah 68/78 — Suuratu Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rahman Caqasi, Suuratu Ar-Rahman Hiikkaa, Suuratu Ar-Rahman mp3, Suuratu Ar-Rahman pdf. Aayah 66–70. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers