Al-Waqi'ah · 34/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
وَفُرُشٍ مَّرْفُوعَةٍ ۝٣٤
Wa furushim marfoo`ah
📖 Afaan Oromoon
Firaasholee ol fuudhamtuu (keessa jiraatu)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 32-36 — Suuratu Al-Waqi'ah

32وَفَاكِهَةٍ كَثِيرَةٍ
Fuduraalee baay’ee (keessa)
33لَّا مَقْطُوعَةٍ وَلَا مَمْنُوعَةٍ
Kan maddi isaanii hin cinneefi kan irraa hin dhorgamne (keessa)
34وَفُرُشٍ مَّرْفُوعَةٍ
Firaasholee ol fuudhamtuu (keessa jiraatu)
35إِنَّا أَنشَأْنَاهُنَّ إِنشَاءً
Dhugumatti, Nuti (dubartoota jannataa) uuminsa isaan uumne
36فَجَعَلْنَاهُنَّ أَبْكَارًا
Dubroota isaan goone
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
34Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 34

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 34 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Firaasholee ol fuudhamtuu (keessa jiraatu)

Suuratu Aayah 34/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 32–36. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers