Al-Waqi'ah · 4/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
إِذَا رُجَّتِ الْأَرْضُ رَجًّا ۝٤
Izaa rujjatil ardu rajjaa
📖 Afaan Oromoon
Yeroo dachiin raafama cimaa raafamte

🎧 Caqasi


📜 Aayah 2-6 — Suuratu Al-Waqi'ah

2لَيْسَ لِوَقْعَتِهَا كَاذِبَةٌ
Argama isheetiif kijibni hin jirtu
3خَافِضَةٌ رَّافِعَةٌ
Gadi qabduu, ol fuutuudha
4إِذَا رُجَّتِ الْأَرْضُ رَجًّا
Yeroo dachiin raafama cimaa raafamte
5وَبُسَّتِ الْجِبَالُ بَسًّا
(Yeroo) gaarreenis facaafamiinsa facaafamte
6فَكَانَتْ هَبَاءً مُّنبَثًّا
Dhukkee facaafamtuus taate
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 4

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo dachiin raafama cimaa raafamte

Suuratu Aayah 4/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers