Al-Waqi'ah · 5/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
وَبُسَّتِ الْجِبَالُ بَسًّا ۝٥
Wa bussatil jibaalu bassaa
📖 Afaan Oromoon
(Yeroo) gaarreenis facaafamiinsa facaafamte

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu Al-Waqi'ah

3خَافِضَةٌ رَّافِعَةٌ
Gadi qabduu, ol fuutuudha
4إِذَا رُجَّتِ الْأَرْضُ رَجًّا
Yeroo dachiin raafama cimaa raafamte
5وَبُسَّتِ الْجِبَالُ بَسًّا
(Yeroo) gaarreenis facaafamiinsa facaafamte
6فَكَانَتْ هَبَاءً مُّنبَثًّا
Dhukkee facaafamtuus taate
7وَكُنتُمْ أَزْوَاجًا ثَلَاثَةً
(Yeroo) Isinis garee sadi taatan
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 5

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yeroo) gaarreenis facaafamiinsa facaafamte

Suuratu Aayah 5/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers