Al-An'am · 80/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
وَحَاجَّهُ قَوْمُهُ ۚ قَالَ أَتُحَاجُّونِّي فِي اللَّهِ وَقَدْ هَدَانِ ۚ وَلَا أَخَافُ مَا تُشْرِكُونَ بِهِ إِلَّا أَن يَشَاءَ رَبِّي شَيْئًا ۗ وَسِعَ رَبِّي كُلَّ شَيْءٍ عِلْمًا ۗ أَفَلَا تَتَذَكَّرُونَ ٨٠
Transliteration
Wa haaajjahoo qawmuh; qaala a-tuh aaajjooonnnee fillaahi wa qad hadaan; wa laaa akhaafu mmaa tushrikoona bihee illaaa ai yashaaa`a Rabbee shai`anw wasi`a Rabbee kulla shai`in `ilman afalaa tatazakkaroon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Ummanni isaas isaan falme[Inni] ni jedhe: "Sila dhugumatti odoo Inni na qajeelchee jiruu isin (waa’ee) Rabbii keessatti na falmituu? Waan isin Isatti qindeessitanis hin sodaadhuYoo Gooftaan kiyya fedhe malee (homtuu narra hin ga’u)Gooftaan kiyya beekumsa Isaatiin waan hunda waliin ga’eeraSila hin gorfamtanuu
🎧 Caqasi
📜 Aayah 78-82 — Al-An'am
78فَلَمَّا رَأَى الشَّمْسَ بَازِغَةً قَالَ هَٰذَا رَبِّي هَٰذَا أَكْبَرُ ۖ فَلَمَّا أَفَلَتْ قَالَ يَا قَوْمِ إِنِّي بَرِيءٌ مِّمَّا تُشْرِكُونَ
Yeroma aduu kan baate taatee argu "kun Gooftaa kiyya; kanatu irra guddaa dha" jedheYeroo isheen seentu "yaa ummata kiyya! ani waan isin qindeessitan irraa qulqulluu dha" jedhe
79إِنِّي وَجَّهْتُ وَجْهِيَ لِلَّذِي فَطَرَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ حَنِيفًا ۖ وَمَا أَنَا مِنَ الْمُشْرِكِينَ
Dhugumatti, ani fuula kiyya qajeelaa haalan ta’een gara Isa samiifi dachii uumee deebiseen jira; Ani mushrikoota irraas miti
80وَحَاجَّهُ قَوْمُهُ ۚ قَالَ أَتُحَاجُّونِّي فِي اللَّهِ وَقَدْ هَدَانِ ۚ وَلَا أَخَافُ مَا تُشْرِكُونَ بِهِ إِلَّا أَن يَشَاءَ رَبِّي شَيْئًا ۗ وَسِعَ رَبِّي كُلَّ شَيْءٍ عِلْمًا ۗ أَفَلَا تَتَذَكَّرُونَ
Ummanni isaas isaan falme[Inni] ni jedhe: "Sila dhugumatti odoo Inni na qajeelchee jiruu isin (waa’ee) Rabbii keessatti na falmituu? Waan isin Isatti qindeessitanis hin sodaadhuYoo Gooftaan kiyya fedhe malee (homtuu narra hin ga’u)Gooftaan kiyya beekumsa Isaatiin waan hunda waliin ga’eeraSila hin gorfamtanuu
81وَكَيْفَ أَخَافُ مَا أَشْرَكْتُمْ وَلَا تَخَافُونَ أَنَّكُمْ أَشْرَكْتُم بِاللَّهِ مَا لَمْ يُنَزِّلْ بِهِ عَلَيْكُمْ سُلْطَانًا ۚ فَأَيُّ الْفَرِيقَيْنِ أَحَقُّ بِالْأَمْنِ ۖ إِن كُنتُمْ تَعْلَمُونَ
Odoo isin waan Inni ragaa isaa isin irratti hin buusin kan gabbartan hin sodaanne taatanuu, ani akkamittin waan isin qindeessitan sodaadha? Yoo kan beektan taataniif garee lamaan keessaa isa kamtu tasgabbii mirga godhata?" (jedhi)
82الَّذِينَ آمَنُوا وَلَمْ يَلْبِسُوا إِيمَانَهُم بِظُلْمٍ أُولَٰئِكَ لَهُمُ الْأَمْنُ وَهُم مُّهْتَدُونَ
Isaannan amananii, iimaana isaanii shirkiidhaan hin makin isaaniif tasgabbiitu jiraIsaanis qajeelfamoodha
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
80Aayah
Hiikkaa — Al-An'am 80
Suuratu Al-An'am Aayah 80 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ummanni isaas isaan falme[Inni] ni jedhe: "Sila dhugumatti odoo Inni…Suuratu Aayah 80/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 78–82. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








