As-Saff · 2/14
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saff
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لِمَ تَقُولُونَ مَا لَا تَفْعَلُونَ ۝٢
Yaa ayyuhal lazeena aamanoo lima taqooloona maa laa taf`aloon
📖 Afaan Oromoon
Yaa warra amantan! Maaliif waan hin hojjanne haasoftu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-4 — As-Saff

1سَبَّحَ لِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۖ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
Wantoonni samii keessaafi wantoonni dachii keessaa (hundi) Rabbiin qulqulleesseInnis injifataa ogeessa
2يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لِمَ تَقُولُونَ مَا لَا تَفْعَلُونَ
Yaa warra amantan! Maaliif waan hin hojjanne haasoftu
3كَبُرَ مَقْتًا عِندَ اللَّهِ أَن تَقُولُوا مَا لَا تَفْعَلُونَ
Waan hin hojjanne haasauun keessan jibbaansi isaa Rabbiin biratti guddate
4إِنَّ اللَّهَ يُحِبُّ الَّذِينَ يُقَاتِلُونَ فِي سَبِيلِهِ صَفًّا كَأَنَّهُم بُنْيَانٌ مَّرْصُوصٌ
Rabbiin warra karaa Isaa keessatti akka ijaarsaa wal qabataa taanii hiriiraan lolan ni jaalata
As-SaffTarreeffama Qur'ana
14Aayah
MedinanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — As-Saff 2

Suuratu As-Saff Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaa warra amantan! Maaliif waan hin hojjanne haasoftu

Suuratu Aayah 2/14 — As-Saff الصف (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saff Caqasi, As-Saff Hiikkaa, As-Saff mp3, As-Saff pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers