As-Saff · 1/14
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saff
سَبَّحَ لِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۖ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ ۝١
Sabbaha lillaahi maa fisamaawaati wa maa fil ardi wa huwal `Azeezul Hakeem
📖 Afaan Oromoon
Wantoonni samii keessaafi wantoonni dachii keessaa (hundi) Rabbiin qulqulleesseInnis injifataa ogeessa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Suuratu As-Saff

1سَبَّحَ لِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۖ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
Wantoonni samii keessaafi wantoonni dachii keessaa (hundi) Rabbiin qulqulleesseInnis injifataa ogeessa
2يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لِمَ تَقُولُونَ مَا لَا تَفْعَلُونَ
Yaa warra amantan! Maaliif waan hin hojjanne haasoftu
3كَبُرَ مَقْتًا عِندَ اللَّهِ أَن تَقُولُوا مَا لَا تَفْعَلُونَ
Waan hin hojjanne haasauun keessan jibbaansi isaa Rabbiin biratti guddate
As-SaffTarreeffama Qur'ana
14Aayah
MedinanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — As-Saff 1

Suuratu As-Saff Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wantoonni samii keessaafi wantoonni dachii keessaa (hundi) Rabbiin qulqulleesseInnis injifataa…

Suuratu Aayah 1/14 — Suuratu As-Saff الصف (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saff Caqasi, Suuratu As-Saff Hiikkaa, Suuratu As-Saff mp3, Suuratu As-Saff pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers