At-Taghabun · 2/18
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Taghabun
هُوَ الَّذِي خَلَقَكُمْ فَمِنكُمْ كَافِرٌ وَمِنكُم مُّؤْمِنٌ ۚ وَاللَّهُ بِمَا تَعْمَلُونَ بَصِيرٌ ۝٢
Huwal lazee khalaqakum faminkum kaafirunw wa min kum mu`min ; wallaahu bimaa ta`maloona Baseer
📖 Afaan Oromoon
Inni Isa isin uumeIsin irraa Kaafirris ni jira; isin irraa Muuminnis ni jiraRabbiin waan isin dalagdan argaadha

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 1-4 — Suuratu At-Taghabun

1يُسَبِّحُ لِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۖ لَهُ الْمُلْكُ وَلَهُ الْحَمْدُ ۖ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ
Wanti samii keessaafi wanti dachii keessaa hundi Rabbiin qulqulleessaMootummaan kan Isaa ti; faarunis kan IsaatiInni waan hunda irratti dandaaadha
2هُوَ الَّذِي خَلَقَكُمْ فَمِنكُمْ كَافِرٌ وَمِنكُم مُّؤْمِنٌ ۚ وَاللَّهُ بِمَا تَعْمَلُونَ بَصِيرٌ
Inni Isa isin uumeIsin irraa Kaafirris ni jira; isin irraa Muuminnis ni jiraRabbiin waan isin dalagdan argaadha
3خَلَقَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ بِالْحَقِّ وَصَوَّرَكُمْ فَأَحْسَنَ صُوَرَكُمْ ۖ وَإِلَيْهِ الْمَصِيرُ
Samiifi dachii dhugaan uumeIsinis bocee boca keessan gaaromseDeebiinis garuma isaati
4يَعْلَمُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَيَعْلَمُ مَا تُسِرُّونَ وَمَا تُعْلِنُونَ ۚ وَاللَّهُ عَلِيمٌ بِذَاتِ الصُّدُورِ
Wantoota samiifi dachii keessa jiru hunda ni beeka; akkasumas waan isin dhoksitaniifi waan isin ifa gootan ni beekaRabbiin waan qoma keessaa beekaadha
At-TaghabunTarreeffama Qur'ana
18Aayah
MedinanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — At-Taghabun 2

Suuratu At-Taghabun Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni Isa isin uumeIsin irraa Kaafirris ni jira; isin irraa…

Suuratu Aayah 2/18 — Suuratu At-Taghabun التغابن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Taghabun Caqasi, Suuratu At-Taghabun Hiikkaa, Suuratu At-Taghabun mp3, Suuratu At-Taghabun pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers