Al-Qalam · 46/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
أَمْ تَسْأَلُهُمْ أَجْرًا فَهُم مِّن مَّغْرَمٍ مُّثْقَلُونَ ۝٤٦
Am tas`aluhum ajran fahum mim maghramim musqaloon
📖 Afaan Oromoon
Sila mindaa isaan gaafatteeti kaffaluuf itti ulfaatemoo (maali)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 44-48 — Suuratu Al-Qalam

44فَذَرْنِي وَمَن يُكَذِّبُ بِهَٰذَا الْحَدِيثِ ۖ سَنَسْتَدْرِجُهُم مِّنْ حَيْثُ لَا يَعْلَمُونَ
Anaafi nama haasaa (Quraana) kana sobsiisu walitti nu dhiisi; Nuti suutaan karaa isaan hin beekne irraa isaan qabna
45وَأُمْلِي لَهُمْ ۚ إِنَّ كَيْدِي مَتِينٌ
Yeroon isaaniif kennaDhugumatti, tooftaan Kiyya cimaadha
46أَمْ تَسْأَلُهُمْ أَجْرًا فَهُم مِّن مَّغْرَمٍ مُّثْقَلُونَ
Sila mindaa isaan gaafatteeti kaffaluuf itti ulfaatemoo (maali)
47أَمْ عِندَهُمُ الْغَيْبُ فَهُمْ يَكْتُبُونَ
Sila (iccitii) fagoo kan isaan barreessantu isaan bira jira moo
48فَاصْبِرْ لِحُكْمِ رَبِّكَ وَلَا تَكُن كَصَاحِبِ الْحُوتِ إِذْ نَادَىٰ وَهُوَ مَكْظُومٌ
Murtii Gooftaa keetiitiif obsiAkka saahiba qurxummii kan yeroo dallansuun guutame san (Rabbitti) lallabee hin tain
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
46Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 46

Suuratu Al-Qalam Aayah 46 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila mindaa isaan gaafatteeti kaffaluuf itti ulfaatemoo (maali)

Suuratu Aayah 46/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 44–48. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers