Al-Qalam · 47/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
أَمْ عِندَهُمُ الْغَيْبُ فَهُمْ يَكْتُبُونَ ۝٤٧
Am `indahumul ghaibu fahum yaktuboon
📖 Afaan Oromoon
Sila (iccitii) fagoo kan isaan barreessantu isaan bira jira moo

🎧 Caqasi


📜 Aayah 45-49 — Suuratu Al-Qalam

45وَأُمْلِي لَهُمْ ۚ إِنَّ كَيْدِي مَتِينٌ
Yeroon isaaniif kennaDhugumatti, tooftaan Kiyya cimaadha
46أَمْ تَسْأَلُهُمْ أَجْرًا فَهُم مِّن مَّغْرَمٍ مُّثْقَلُونَ
Sila mindaa isaan gaafatteeti kaffaluuf itti ulfaatemoo (maali)
47أَمْ عِندَهُمُ الْغَيْبُ فَهُمْ يَكْتُبُونَ
Sila (iccitii) fagoo kan isaan barreessantu isaan bira jira moo
48فَاصْبِرْ لِحُكْمِ رَبِّكَ وَلَا تَكُن كَصَاحِبِ الْحُوتِ إِذْ نَادَىٰ وَهُوَ مَكْظُومٌ
Murtii Gooftaa keetiitiif obsiAkka saahiba qurxummii kan yeroo dallansuun guutame san (Rabbitti) lallabee hin tain
49لَّوْلَا أَن تَدَارَكَهُ نِعْمَةٌ مِّن رَّبِّهِ لَنُبِذَ بِالْعَرَاءِ وَهُوَ مَذْمُومٌ
Odoo niimaan Gooftaa isaa irraa taate isa dhaqqabuu baattee, silaa komatamaa taeeti dirree biqiltuu hin qabne irratti darbama ture
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
47Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 47

Suuratu Al-Qalam Aayah 47 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila (iccitii) fagoo kan isaan barreessantu isaan bira jira moo

Suuratu Aayah 47/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 45–49. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers