Al-Qalam · 45/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
وَأُمْلِي لَهُمْ ۚ إِنَّ كَيْدِي مَتِينٌ ٤٥
Transliteration
Wa umlee lahum; inna kaidee mateen
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Yeroon isaaniif kennaDhugumatti, tooftaan Kiyya cimaadha
🎧 Caqasi
📜 Aayah 43-47 — Suuratu Al-Qalam
43خَاشِعَةً أَبْصَارُهُمْ تَرْهَقُهُمْ ذِلَّةٌ ۖ وَقَدْ كَانُوا يُدْعَوْنَ إِلَى السُّجُودِ وَهُمْ سَالِمُونَ
Ijji isaanii sodaattuu taatee xiqqeenyis isaan haguugaDhugumatti, isaan odoo fayyaa qabanuu (addunyaa irratti) sujuudatti waamamaa turan
44فَذَرْنِي وَمَن يُكَذِّبُ بِهَٰذَا الْحَدِيثِ ۖ سَنَسْتَدْرِجُهُم مِّنْ حَيْثُ لَا يَعْلَمُونَ
Anaafi nama haasaa (Quraana) kana sobsiisu walitti nu dhiisi; Nuti suutaan karaa isaan hin beekne irraa isaan qabna
45وَأُمْلِي لَهُمْ ۚ إِنَّ كَيْدِي مَتِينٌ
Yeroon isaaniif kennaDhugumatti, tooftaan Kiyya cimaadha
46أَمْ تَسْأَلُهُمْ أَجْرًا فَهُم مِّن مَّغْرَمٍ مُّثْقَلُونَ
Sila mindaa isaan gaafatteeti kaffaluuf itti ulfaatemoo (maali)
47أَمْ عِندَهُمُ الْغَيْبُ فَهُمْ يَكْتُبُونَ
Sila (iccitii) fagoo kan isaan barreessantu isaan bira jira moo
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
45Aayah
Hiikkaa — Al-Qalam 45
Suuratu Al-Qalam Aayah 45 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroon isaaniif kennaDhugumatti, tooftaan Kiyya cimaadhaSuuratu Aayah 45/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 43–47. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Monday, September 7, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








