Al-Ma'arij · 44/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Ma'arij
خَاشِعَةً أَبْصَارُهُمْ تَرْهَقُهُمْ ذِلَّةٌ ۚ ذَٰلِكَ الْيَوْمُ الَّذِي كَانُوا يُوعَدُونَ ۝٤٤
Khaashi`atan absaaruhum tarhaquhum zillah; zaalikal yawmul lazee kaanoo yoo`adoon
📖 Afaan Oromoon
Ijji isaanii xiqqaattee salphinni isaan haguugdiSun guyyaa isaan isa sodaachifamaa turaniidha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 42-44 — Al-Ma'arij

42فَذَرْهُمْ يَخُوضُوا وَيَلْعَبُوا حَتَّىٰ يُلَاقُوا يَوْمَهُمُ الَّذِي يُوعَدُونَ
Hanga Guyyaa isaaniif beellamame san qunnamanitti, (cubbuu keessa) seenanii haa taphatanii isaan dhiisi
43يَوْمَ يَخْرُجُونَ مِنَ الْأَجْدَاثِ سِرَاعًا كَأَنَّهُمْ إِلَىٰ نُصُبٍ يُوفِضُونَ
Guyyaa qabrii irraa arifataa baan isaan waan gara taabotaa dhangalaan fakkaatu
44خَاشِعَةً أَبْصَارُهُمْ تَرْهَقُهُمْ ذِلَّةٌ ۚ ذَٰلِكَ الْيَوْمُ الَّذِي كَانُوا يُوعَدُونَ
Ijji isaanii xiqqaattee salphinni isaan haguugdiSun guyyaa isaan isa sodaachifamaa turaniidha
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
44Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 44

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 44 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ijji isaanii xiqqaattee salphinni isaan haguugdiSun guyyaa isaan isa sodaachifamaa…

Suuratu Aayah 44/44 — Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Ma'arij Caqasi, Al-Ma'arij Hiikkaa, Al-Ma'arij mp3, Al-Ma'arij pdf. Aayah 42–44. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers