Al-Muzzammil · 9/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muzzammil
رَّبُّ الْمَشْرِقِ وَالْمَغْرِبِ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ فَاتَّخِذْهُ وَكِيلًا ۝٩
Rabbul mashriqi wal maghriibi laaa ilaaha illaa Huwa fattakhizhu wakeelaa
📖 Afaan Oromoon
(Inni) Gooftaa bahaafi dhihaatiIsa malee gabbaramaan dhugaa hin jiru; hirkoo isa taasifadhu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 7-11 — Suuratu Al-Muzzammil

7إِنَّ لَكَ فِي النَّهَارِ سَبْحًا طَوِيلًا
Guyyaa keessa (dhimma jireenyaatiif) sochii dheeraatu siif jira
8وَاذْكُرِ اسْمَ رَبِّكَ وَتَبَتَّلْ إِلَيْهِ تَبْتِيلًا
Maqaa Gooftaa keetiis faarsi; gara isaattis citiinsa citi
9رَّبُّ الْمَشْرِقِ وَالْمَغْرِبِ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ فَاتَّخِذْهُ وَكِيلًا
(Inni) Gooftaa bahaafi dhihaatiIsa malee gabbaramaan dhugaa hin jiru; hirkoo isa taasifadhu
10وَاصْبِرْ عَلَىٰ مَا يَقُولُونَ وَاهْجُرْهُمْ هَجْرًا جَمِيلًا
Waan isaan jedhan irratti obsi; fageenya gaarii isaan irraa fagaadhu
11وَذَرْنِي وَالْمُكَذِّبِينَ أُولِي النَّعْمَةِ وَمَهِّلْهُمْ قَلِيلًا
Anaafi sobsiiftota warra qananii walitti Na dhiisi; beellama xiqqoos isaaniif qabi
Al-MuzzammilTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Al-Muzzammil 9

Suuratu Al-Muzzammil Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Inni) Gooftaa bahaafi dhihaatiIsa malee gabbaramaan dhugaa hin jiru; hirkoo…

Suuratu Aayah 9/20 — Suuratu Al-Muzzammil المزمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muzzammil Caqasi, Suuratu Al-Muzzammil Hiikkaa, Suuratu Al-Muzzammil mp3, Suuratu Al-Muzzammil pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers