Al-Qiyamah · 23/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
إِلَىٰ رَبِّهَا نَاظِرَةٌ ۝٢٣
Ilaa rabbihaa naazirah
📖 Afaan Oromoon
Gara Gooftaa ishees ilaaltuudha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 21-25 — Suuratu Al-Qiyamah

21وَتَذَرُونَ الْآخِرَةَ
Aakhiraa ni dhiiftu
22وُجُوهٌ يَوْمَئِذٍ نَّاضِرَةٌ
Fuulli gariin Guyyaa san iftuudha
23إِلَىٰ رَبِّهَا نَاظِرَةٌ
Gara Gooftaa ishees ilaaltuudha
24وَوُجُوهٌ يَوْمَئِذٍ بَاسِرَةٌ
Fuulli gariinis Guyyaa san akkaan suntuurtuudha
25تَظُنُّ أَن يُفْعَلَ بِهَا فَاقِرَةٌ
Balaan guddaan ishee irratti raawwatamuu yaaddi
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
23Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 23

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 23 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gara Gooftaa ishees ilaaltuudha

Suuratu Aayah 23/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 21–25. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers