Al-Qiyamah · 24/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qiyamah
وَوُجُوهٌ يَوْمَئِذٍ بَاسِرَةٌ ۝٢٤
Wa wujoohuny yawma `izim baasirah
📖 Afaan Oromoon
Fuulli gariinis Guyyaa san akkaan suntuurtuudha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 22-26 — Al-Qiyamah

22وُجُوهٌ يَوْمَئِذٍ نَّاضِرَةٌ
Fuulli gariin Guyyaa san iftuudha
23إِلَىٰ رَبِّهَا نَاظِرَةٌ
Gara Gooftaa ishees ilaaltuudha
24وَوُجُوهٌ يَوْمَئِذٍ بَاسِرَةٌ
Fuulli gariinis Guyyaa san akkaan suntuurtuudha
25تَظُنُّ أَن يُفْعَلَ بِهَا فَاقِرَةٌ
Balaan guddaan ishee irratti raawwatamuu yaaddi
26كَلَّا إِذَا بَلَغَتِ التَّرَاقِيَ
Dhaga’aa! Yeroo (lubbuun bauuf) kokkee bira geesse
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 24

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Fuulli gariinis Guyyaa san akkaan suntuurtuudha

Suuratu Aayah 24/40 — Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qiyamah Caqasi, Al-Qiyamah Hiikkaa, Al-Qiyamah mp3, Al-Qiyamah pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers