Al-Qiyamah · 34/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qiyamah
أَوْلَىٰ لَكَ فَأَوْلَىٰ ۝٣٤
Awlaa laka fa awlaa
📖 Afaan Oromoon
Badiin siif haa ta’u! Ammas badiin
🎧 Caqasi

📜 Aayah 32-36 — Al-Qiyamah

32وَلَٰكِن كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰ
Garuu kijibsiisee irraa gara gale
33ثُمَّ ذَهَبَ إِلَىٰ أَهْلِهِ يَتَمَطَّىٰ
Ergasii boonaa gara maatii isaa deeme
34أَوْلَىٰ لَكَ فَأَوْلَىٰ
Badiin siif haa ta’u! Ammas badiin
35ثُمَّ أَوْلَىٰ لَكَ فَأَوْلَىٰ
Sana booda badiin siif haa ta’u! Ammas badiin
36أَيَحْسَبُ الْإِنسَانُ أَن يُتْرَكَ سُدًى
Sila namni akkanumaan dhiifamuu yaadaa
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
34Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 34

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 34 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Badiin siif haa ta’u! Ammas badiin

Suuratu Aayah 34/40 — Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qiyamah Caqasi, Al-Qiyamah Hiikkaa, Al-Qiyamah mp3, Al-Qiyamah pdf. Aayah 32–36. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers