Al-Qiyamah · 33/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
ثُمَّ ذَهَبَ إِلَىٰ أَهْلِهِ يَتَمَطَّىٰ ۝٣٣
Summa zahaba ilaaa ahlihee yatamatta
📖 Afaan Oromoon
Ergasii boonaa gara maatii isaa deeme

🎧 Caqasi


📜 Aayah 31-35 — Suuratu Al-Qiyamah

31فَلَا صَدَّقَ وَلَا صَلَّىٰ
Hin amanne; hin salaanne
32وَلَٰكِن كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰ
Garuu kijibsiisee irraa gara gale
33ثُمَّ ذَهَبَ إِلَىٰ أَهْلِهِ يَتَمَطَّىٰ
Ergasii boonaa gara maatii isaa deeme
34أَوْلَىٰ لَكَ فَأَوْلَىٰ
Badiin siif haa ta’u! Ammas badiin
35ثُمَّ أَوْلَىٰ لَكَ فَأَوْلَىٰ
Sana booda badiin siif haa ta’u! Ammas badiin
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 33

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii boonaa gara maatii isaa deeme

Suuratu Aayah 33/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers