Al-Qiyamah · 7/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
فَإِذَا بَرِقَ الْبَصَرُ ۝٧
Fa izaa bariqal basar
📖 Afaan Oromoon
(Guyyaan sun) yeroo ijji dhamaatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 5-9 — Suuratu Al-Qiyamah

5بَلْ يُرِيدُ الْإِنسَانُ لِيَفْجُرَ أَمَامَهُ
Dhugumatti namni fuuldura isaa (Qiyaamaa) sobsiisuu fedha
6يَسْأَلُ أَيَّانَ يَوْمُ الْقِيَامَةِ
Guyyaan Qiyaamaa yoomii?"gaafata
7فَإِذَا بَرِقَ الْبَصَرُ
(Guyyaan sun) yeroo ijji dhamaatu
8وَخَسَفَ الْقَمَرُ
(Yeroo) jiini ifa dhabu (gaddiddaa’u)
9وَجُمِعَ الشَّمْسُ وَالْقَمَرُ
Aduufi jiinis walitti qabamu
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 7

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Guyyaan sun) yeroo ijji dhamaatu

Suuratu Aayah 7/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers