Al-Insan · 6/31
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Insan
عَيْنًا يَشْرَبُ بِهَا عِبَادُ اللَّهِ يُفَجِّرُونَهَا تَفْجِيرًا ۝٦
Aynany yashrabu bihaa `ibaadul laahi yafajjiroonahaa tafjeeraa
📖 Afaan Oromoon
(Kun) burqaa gabroonni Rabbii ishee dhuganiidha(Karaa fedhanitti) dhangalaafachuu ishee dhangalaafatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu Al-Insan

4إِنَّا أَعْتَدْنَا لِلْكَافِرِينَ سَلَاسِلَ وَأَغْلَالًا وَسَعِيرًا
Nuti kaafirootaaf sansalata, sakaallaawwaniifi ibidda bobaaa qopheessinee jirra
5إِنَّ الْأَبْرَارَ يَشْرَبُونَ مِن كَأْسٍ كَانَ مِزَاجُهَا كَافُورًا
Warri gaggaariin khamrii makaan ishee kaafuuriin tae irraa dhugu
6عَيْنًا يَشْرَبُ بِهَا عِبَادُ اللَّهِ يُفَجِّرُونَهَا تَفْجِيرًا
(Kun) burqaa gabroonni Rabbii ishee dhuganiidha(Karaa fedhanitti) dhangalaafachuu ishee dhangalaafatu
7يُوفُونَ بِالنَّذْرِ وَيَخَافُونَ يَوْمًا كَانَ شَرُّهُ مُسْتَطِيرًا
Qodhaa (nazrii) isaanii ni guutu; guyyaa hamtuun isaa babalatus ni sodaatu
8وَيُطْعِمُونَ الطَّعَامَ عَلَىٰ حُبِّهِ مِسْكِينًا وَيَتِيمًا وَأَسِيرًا
Nyaatas ofii jaallachuu wajjin hiyyeessa, yatiimaafi boojiamaas nyaachisu
Al-InsanTarreeffama Qur'ana
31Aayah
MedinanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Al-Insan 6

Suuratu Al-Insan Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Kun) burqaa gabroonni Rabbii ishee dhuganiidha(Karaa fedhanitti) dhangalaafachuu ishee dhangalaafatu

Suuratu Aayah 6/31 — Suuratu Al-Insan الإنسان (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Insan Caqasi, Suuratu Al-Insan Hiikkaa, Suuratu Al-Insan mp3, Suuratu Al-Insan pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers