Al-Mursalat · 12/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mursalat
لِأَيِّ يَوْمٍ أُجِّلَتْ ۝١٢
Li ayyi yawmin ujjilat
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa kamiif beellamaman

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu Al-Mursalat

10وَإِذَا الْجِبَالُ نُسِفَتْ
Yeroo gaarreenis (bakka irraa) bubuqqifamte
11وَإِذَا الرُّسُلُ أُقِّتَتْ
Yeroo Ergamoonnis beellamaan walitii qabamte
12لِأَيِّ يَوْمٍ أُجِّلَتْ
Guyyaa kamiif beellamaman
13لِيَوْمِ الْفَصْلِ
Guyyaa addaan bahiinsaatiif (beellamaman)
14وَمَا أَدْرَاكَ مَا يَوْمُ الْفَصْلِ
Guyyaan Addaan bahiinsaa maal akka tae maaltu si beeksise
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 12

Suuratu Al-Mursalat Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa kamiif beellamaman

Suuratu Aayah 12/50 — Suuratu Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mursalat Caqasi, Suuratu Al-Mursalat Hiikkaa, Suuratu Al-Mursalat mp3, Suuratu Al-Mursalat pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers