Al-Mursalat · 30/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mursalat
انطَلِقُوا إِلَىٰ ظِلٍّ ذِي ثَلَاثِ شُعَبٍ ۝٣٠
Intaliqooo ilaa zillin zee salaasi shu`ab
📖 Afaan Oromoon
Gara gaaddisa abbaa damee sadihii deemaa
🎧 Caqasi

📜 Aayah 28-32 — Al-Mursalat

28وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae
29انطَلِقُوا إِلَىٰ مَا كُنتُم بِهِ تُكَذِّبُونَ
(Isaaniin ni jedhama): "gara waan sobsiisaa turtanii deemaa
30انطَلِقُوا إِلَىٰ ظِلٍّ ذِي ثَلَاثِ شُعَبٍ
Gara gaaddisa abbaa damee sadihii deemaa
31لَّا ظَلِيلٍ وَلَا يُغْنِي مِنَ اللَّهَبِ
Gaaddiseessaa miti; bobaaa ibiddaa irraas hin duroomsu
32إِنَّهَا تَرْمِي بِشَرَرٍ كَالْقَصْرِ
Isheen qaanqeewwan akka gamoo darbatti
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
30Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 30

Suuratu Al-Mursalat Aayah 30 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gara gaaddisa abbaa damee sadihii deemaa

Suuratu Aayah 30/50 — Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mursalat Caqasi, Al-Mursalat Hiikkaa, Al-Mursalat mp3, Al-Mursalat pdf. Aayah 28–32. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers