Al-Mursalat · 31/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mursalat
لَّا ظَلِيلٍ وَلَا يُغْنِي مِنَ اللَّهَبِ ۝٣١
Laa zaleelinw wa laa yughnee minal lahab
📖 Afaan Oromoon
Gaaddiseessaa miti; bobaaa ibiddaa irraas hin duroomsu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 29-33 — Al-Mursalat

29انطَلِقُوا إِلَىٰ مَا كُنتُم بِهِ تُكَذِّبُونَ
(Isaaniin ni jedhama): "gara waan sobsiisaa turtanii deemaa
30انطَلِقُوا إِلَىٰ ظِلٍّ ذِي ثَلَاثِ شُعَبٍ
Gara gaaddisa abbaa damee sadihii deemaa
31لَّا ظَلِيلٍ وَلَا يُغْنِي مِنَ اللَّهَبِ
Gaaddiseessaa miti; bobaaa ibiddaa irraas hin duroomsu
32إِنَّهَا تَرْمِي بِشَرَرٍ كَالْقَصْرِ
Isheen qaanqeewwan akka gamoo darbatti
33كَأَنَّهُ جِمَالَتٌ صُفْرٌ
Inni (qaanqechi) gaalota bobboora fakkaata
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
31Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 31

Suuratu Al-Mursalat Aayah 31 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gaaddiseessaa miti; bobaaa ibiddaa irraas hin duroomsu

Suuratu Aayah 31/50 — Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mursalat Caqasi, Al-Mursalat Hiikkaa, Al-Mursalat mp3, Al-Mursalat pdf. Aayah 29–33. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers