An-Naba · 28/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naba
وَكَذَّبُوا بِآيَاتِنَا كِذَّابًا ۝٢٨
Wa kazzabu bi aayaa tina kizzaba
📖 Afaan Oromoon
Keeyyattoota keenyas kijibsiisuu kijibsiisan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 26-30 — Suuratu An-Naba

26جَزَاءً وِفَاقًا
Mindaa wal madaalu [mindeeffaman]
27إِنَّهُمْ كَانُوا لَا يَرْجُونَ حِسَابًا
Isaan qormaata hin sodaatanu turan
28وَكَذَّبُوا بِآيَاتِنَا كِذَّابًا
Keeyyattoota keenyas kijibsiisuu kijibsiisan
29وَكُلَّ شَيْءٍ أَحْصَيْنَاهُ كِتَابًا
Wanta cufaayyuu haala barreeffameen walitti qabne
30فَذُوقُوا فَلَن نَّزِيدَكُمْ إِلَّا عَذَابًا
“Dhandhamaa; azaaba malees isiniif hin daballu” [isaaniin jedhama]
An-NabaTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
28Aayah

Hiikkaa — An-Naba 28

Suuratu An-Naba Aayah 28 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Keeyyattoota keenyas kijibsiisuu kijibsiisan

Suuratu Aayah 28/40 — Suuratu An-Naba النبأ (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naba Caqasi, Suuratu An-Naba Hiikkaa, Suuratu An-Naba mp3, Suuratu An-Naba pdf. Aayah 26–30. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers