An-Naba · 29/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naba
وَكُلَّ شَيْءٍ أَحْصَيْنَاهُ كِتَابًا ۝٢٩
Wa kulla shai-in ahsai naahu kitaa ba
📖 Afaan Oromoon
Wanta cufaayyuu haala barreeffameen walitti qabne

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 27-31 — Suuratu An-Naba

27إِنَّهُمْ كَانُوا لَا يَرْجُونَ حِسَابًا
Isaan qormaata hin sodaatanu turan
28وَكَذَّبُوا بِآيَاتِنَا كِذَّابًا
Keeyyattoota keenyas kijibsiisuu kijibsiisan
29وَكُلَّ شَيْءٍ أَحْصَيْنَاهُ كِتَابًا
Wanta cufaayyuu haala barreeffameen walitti qabne
30فَذُوقُوا فَلَن نَّزِيدَكُمْ إِلَّا عَذَابًا
“Dhandhamaa; azaaba malees isiniif hin daballu” [isaaniin jedhama]
31إِنَّ لِلْمُتَّقِينَ مَفَازًا
Dhugumatti, warra Rabbiin sodaataniif milkiitu jira
An-NabaTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
29Aayah

Hiikkaa — An-Naba 29

Suuratu An-Naba Aayah 29 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wanta cufaayyuu haala barreeffameen walitti qabne

Suuratu Aayah 29/40 — Suuratu An-Naba النبأ (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naba Caqasi, Suuratu An-Naba Hiikkaa, Suuratu An-Naba mp3, Suuratu An-Naba pdf. Aayah 27–31. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers