An-Naba · 27/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naba
إِنَّهُمْ كَانُوا لَا يَرْجُونَ حِسَابًا ۝٢٧
Innahum kaanu laa yarjoona hisaaba
📖 Afaan Oromoon
Isaan qormaata hin sodaatanu turan

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 25-29 — Suuratu An-Naba

25إِلَّا حَمِيمًا وَغَسَّاقًا
Bishaan akkaan danfaafi malaa malee [dhugaatii biraa hin argatanu]
26جَزَاءً وِفَاقًا
Mindaa wal madaalu [mindeeffaman]
27إِنَّهُمْ كَانُوا لَا يَرْجُونَ حِسَابًا
Isaan qormaata hin sodaatanu turan
28وَكَذَّبُوا بِآيَاتِنَا كِذَّابًا
Keeyyattoota keenyas kijibsiisuu kijibsiisan
29وَكُلَّ شَيْءٍ أَحْصَيْنَاهُ كِتَابًا
Wanta cufaayyuu haala barreeffameen walitti qabne
An-NabaTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
27Aayah

Hiikkaa — An-Naba 27

Suuratu An-Naba Aayah 27 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan qormaata hin sodaatanu turan

Suuratu Aayah 27/40 — Suuratu An-Naba النبأ (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naba Caqasi, Suuratu An-Naba Hiikkaa, Suuratu An-Naba mp3, Suuratu An-Naba pdf. Aayah 25–29. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers