An-Nazi'at · 24/46
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nazi'at
فَقَالَ أَنَا رَبُّكُمُ الْأَعْلَىٰ ۝٢٤
Faqala ana rabbu kumul-a`laa
📖 Afaan Oromoon
“Ani gooftaa keessan isa ol aanaadha” jedhe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-26 — Suuratu An-Nazi'at

22ثُمَّ أَدْبَرَ يَسْعَىٰ
Ergasii ariifataa gara gale
23فَحَشَرَ فَنَادَىٰ
Sana booda walitti qabee lallabe
24فَقَالَ أَنَا رَبُّكُمُ الْأَعْلَىٰ
“Ani gooftaa keessan isa ol aanaadha” jedhe
25فَأَخَذَهُ اللَّهُ نَكَالَ الْآخِرَةِ وَالْأُولَىٰ
Sana booda Rabbiin adabbii [badii] boodaatiifi jalqabaatiifis isa qabe
26إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَعِبْرَةً لِّمَن يَخْشَىٰ
Dugumatti, kana keessa nama Rabbiin sodaatuuf gorsatu jira
An-Nazi'atTarreeffama Qur'ana
46Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — An-Nazi'at 24

Suuratu An-Nazi'at Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Ani gooftaa keessan isa ol aanaadha” jedhe

Suuratu Aayah 24/46 — Suuratu An-Nazi'at النازعات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nazi'at Caqasi, Suuratu An-Nazi'at Hiikkaa, Suuratu An-Nazi'at mp3, Suuratu An-Nazi'at pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers