Al-Inshiqaq · 25/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَهُمْ أَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُونٍ ۝٢٥
Illal lazeena aamanoo wa `amilus saalihaati lahum ajrun ghairu mamnoon
📖 Afaan Oromoon
Garuu isaan amananii gaggaarii hojjatan isaaniif mindaa hin cinnetu jira

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 23-25 — Suuratu Al-Inshiqaq

23وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا يُوعُونَ
Rabbiin irra beekaa waan isaan (onnee isaanii keessatti) walitti qabaniiti
24فَبَشِّرْهُم بِعَذَابٍ أَلِيمٍ
Adaba laalessaadhaan isaan gammachiisi
25إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَهُمْ أَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُونٍ
Garuu isaan amananii gaggaarii hojjatan isaaniif mindaa hin cinnetu jira
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 25

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Garuu isaan amananii gaggaarii hojjatan isaaniif mindaa hin cinnetu jira

Suuratu Aayah 25/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 23–25. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers