Al-Inshiqaq · 24/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
فَبَشِّرْهُم بِعَذَابٍ أَلِيمٍ ۝٢٤
Fabashshirhum bi`azaabin aleem
📖 Afaan Oromoon
Adaba laalessaadhaan isaan gammachiisi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-25 — Suuratu Al-Inshiqaq

22بَلِ الَّذِينَ كَفَرُوا يُكَذِّبُونَ
Dhugumaatti, warri kafaran ni sobsiisu
23وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا يُوعُونَ
Rabbiin irra beekaa waan isaan (onnee isaanii keessatti) walitti qabaniiti
24فَبَشِّرْهُم بِعَذَابٍ أَلِيمٍ
Adaba laalessaadhaan isaan gammachiisi
25إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَهُمْ أَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُونٍ
Garuu isaan amananii gaggaarii hojjatan isaaniif mindaa hin cinnetu jira
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 24

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Adaba laalessaadhaan isaan gammachiisi

Suuratu Aayah 24/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 22–25. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers