Al-Ghashiyah · 22/26
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Ghashiyah
لَّسْتَ عَلَيْهِم بِمُصَيْطِرٍ ۝٢٢
Lasta `alaihim bimusaitir
📖 Afaan Oromoon
Isaan irratti dirqisiisaa hin taane
🎧 Caqasi

📜 Aayah 20-24 — Al-Ghashiyah

20وَإِلَى الْأَرْضِ كَيْفَ سُطِحَتْ
Gara dachiis akkamitti akka diriirfamte (hin ilaalanuu)
21فَذَكِّرْ إِنَّمَا أَنتَ مُذَكِّرٌ
Yaadachiisi; ati yaadachiisaa qofa
22لَّسْتَ عَلَيْهِم بِمُصَيْطِرٍ
Isaan irratti dirqisiisaa hin taane
23إِلَّا مَن تَوَلَّىٰ وَكَفَرَ
Garuu nama gara galee kafare
24فَيُعَذِّبُهُ اللَّهُ الْعَذَابَ الْأَكْبَرَ
Rabbiin adabbii guddaa isa adaba
Al-GhashiyahTarreeffama Qur'ana
26Aayah
MeccanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — Al-Ghashiyah 22

Suuratu Al-Ghashiyah Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan irratti dirqisiisaa hin taane

Suuratu Aayah 22/26 — Al-Ghashiyah الغاشية (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Ghashiyah Caqasi, Al-Ghashiyah Hiikkaa, Al-Ghashiyah mp3, Al-Ghashiyah pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers