Al-Fajr · 14/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fajr
إِنَّ رَبَّكَ لَبِالْمِرْصَادِ ۝١٤
Inna Rabbaka labil mirsaad
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Gooftaan kee qeexaadha (beekaadha)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 12-16 — Suuratu Al-Fajr

12فَأَكْثَرُوا فِيهَا الْفَسَادَ
Kan ishee keessatti badii baayisan
13فَصَبَّ عَلَيْهِمْ رَبُّكَ سَوْطَ عَذَابٍ
Gooftaan kee akaakuu adabbii isaan irratti buuse
14إِنَّ رَبَّكَ لَبِالْمِرْصَادِ
Dhugumatti, Gooftaan kee qeexaadha (beekaadha)
15فَأَمَّا الْإِنسَانُ إِذَا مَا ابْتَلَاهُ رَبُّهُ فَأَكْرَمَهُ وَنَعَّمَهُ فَيَقُولُ رَبِّي أَكْرَمَنِ
Namni yeroo gooftaan isaa isa kabajuun qanansiisee isa qorate “Gooftaan kiyya na kabaje” jedha
16وَأَمَّا إِذَا مَا ابْتَلَاهُ فَقَدَرَ عَلَيْهِ رِزْقَهُ فَيَقُولُ رَبِّي أَهَانَنِ
Yeroo inni hiree isaa itti xiqqeessee isa qorate immoo “Gooftaan kiyya na xiqqeesse” jedha
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 14

Suuratu Al-Fajr Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Gooftaan kee qeexaadha (beekaadha)

Suuratu Aayah 14/30 — Suuratu Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fajr Caqasi, Suuratu Al-Fajr Hiikkaa, Suuratu Al-Fajr mp3, Suuratu Al-Fajr pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers