Al-Fajr · 15/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Fajr
فَأَمَّا الْإِنسَانُ إِذَا مَا ابْتَلَاهُ رَبُّهُ فَأَكْرَمَهُ وَنَعَّمَهُ فَيَقُولُ رَبِّي أَكْرَمَنِ ۝١٥
Fa ammal insaanu izaa mab talaahu Rabbuhoo fa akramahoo wa na` `amahoo fa yaqoolu Rabbeee akraman
📖 Afaan Oromoon
Namni yeroo gooftaan isaa isa kabajuun qanansiisee isa qorate “Gooftaan kiyya na kabaje” jedha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 13-17 — Al-Fajr

13فَصَبَّ عَلَيْهِمْ رَبُّكَ سَوْطَ عَذَابٍ
Gooftaan kee akaakuu adabbii isaan irratti buuse
14إِنَّ رَبَّكَ لَبِالْمِرْصَادِ
Dhugumatti, Gooftaan kee qeexaadha (beekaadha)
15فَأَمَّا الْإِنسَانُ إِذَا مَا ابْتَلَاهُ رَبُّهُ فَأَكْرَمَهُ وَنَعَّمَهُ فَيَقُولُ رَبِّي أَكْرَمَنِ
Namni yeroo gooftaan isaa isa kabajuun qanansiisee isa qorate “Gooftaan kiyya na kabaje” jedha
16وَأَمَّا إِذَا مَا ابْتَلَاهُ فَقَدَرَ عَلَيْهِ رِزْقَهُ فَيَقُولُ رَبِّي أَهَانَنِ
Yeroo inni hiree isaa itti xiqqeessee isa qorate immoo “Gooftaan kiyya na xiqqeesse” jedha
17كَلَّا ۖ بَل لَّا تُكْرِمُونَ الْيَتِيمَ
Haa dhorgamu! Dhugumatti, isin yatiima hin kabajjan
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 15

Suuratu Al-Fajr Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni yeroo gooftaan isaa isa kabajuun qanansiisee isa qorate “Gooftaan…

Suuratu Aayah 15/30 — Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Fajr Caqasi, Al-Fajr Hiikkaa, Al-Fajr mp3, Al-Fajr pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers