Al-Fajr · 28/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fajr
ارْجِعِي إِلَىٰ رَبِّكِ رَاضِيَةً مَّرْضِيَّةً ۝٢٨
Irji`eee ilaa Rabbiki raadiyatam mardiyyah
📖 Afaan Oromoon
Jaallataa, jaallatamaa gara Gooftaa keetii deebii

🎧 Caqasi


📜 Aayah 26-30 — Suuratu Al-Fajr

26وَلَا يُوثِقُ وَثَاقَهُ أَحَدٌ
Hidhaa Isaas eenyunuu hin hidhu
27يَا أَيَّتُهَا النَّفْسُ الْمُطْمَئِنَّةُ
“Yaa lubbuu tasgabbooftuu
28ارْجِعِي إِلَىٰ رَبِّكِ رَاضِيَةً مَّرْضِيَّةً
Jaallataa, jaallatamaa gara Gooftaa keetii deebii
29فَادْخُلِي فِي عِبَادِي
Gabroota kiyya keessas seeni
30وَادْخُلِي جَنَّتِي
Jannata kiyyas seeni” (jedhamti)
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
28Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 28

Suuratu Al-Fajr Aayah 28 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jaallataa, jaallatamaa gara Gooftaa keetii deebii

Suuratu Aayah 28/30 — Suuratu Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fajr Caqasi, Suuratu Al-Fajr Hiikkaa, Suuratu Al-Fajr mp3, Suuratu Al-Fajr pdf. Aayah 26–30. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers