Al-Fajr · 27/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fajr
يَا أَيَّتُهَا النَّفْسُ الْمُطْمَئِنَّةُ ۝٢٧
Yaaa ayyatuhan nafsul mutma `innah
📖 Afaan Oromoon
“Yaa lubbuu tasgabbooftuu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 25-29 — Suuratu Al-Fajr

25فَيَوْمَئِذٍ لَّا يُعَذِّبُ عَذَابَهُ أَحَدٌ
Guyyaa san adabbii Isaa eenyunuu hin adabu
26وَلَا يُوثِقُ وَثَاقَهُ أَحَدٌ
Hidhaa Isaas eenyunuu hin hidhu
27يَا أَيَّتُهَا النَّفْسُ الْمُطْمَئِنَّةُ
“Yaa lubbuu tasgabbooftuu
28ارْجِعِي إِلَىٰ رَبِّكِ رَاضِيَةً مَّرْضِيَّةً
Jaallataa, jaallatamaa gara Gooftaa keetii deebii
29فَادْخُلِي فِي عِبَادِي
Gabroota kiyya keessas seeni
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
27Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 27

Suuratu Al-Fajr Aayah 27 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Yaa lubbuu tasgabbooftuu

Suuratu Aayah 27/30 — Suuratu Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fajr Caqasi, Suuratu Al-Fajr Hiikkaa, Suuratu Al-Fajr mp3, Suuratu Al-Fajr pdf. Aayah 25–29. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers