At-Tawbah · 102/129
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tawbah
وَآخَرُونَ اعْتَرَفُوا بِذُنُوبِهِمْ خَلَطُوا عَمَلًا صَالِحًا وَآخَرَ سَيِّئًا عَسَى اللَّهُ أَن يَتُوبَ عَلَيْهِمْ ۚ إِنَّ اللَّهَ غَفُورٌ رَّحِيمٌ ۝١٠٢
Wa aakharoona` tarafoo bizunoobihim khalatoo `amalan saalihanw wa aakhara saiyi`an `asal laahu ai yatooba `alaihim; innal laaha Ghafoorur Raheem
📖 Afaan Oromoon
Warri biroo immoo kan badii isaanii fudhatan, dalagaa gaariifi fokkataa biraa walitti makantu jiru; Rabbiin tawbaa isaanii irraa qeebaluun mirkanaa’eDhugumatti Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 100-104 — Suuratu At-Tawbah

100وَالسَّابِقُونَ الْأَوَّلُونَ مِنَ الْمُهَاجِرِينَ وَالْأَنصَارِ وَالَّذِينَ اتَّبَعُوهُم بِإِحْسَانٍ رَّضِيَ اللَّهُ عَنْهُمْ وَرَضُوا عَنْهُ وَأَعَدَّ لَهُمْ جَنَّاتٍ تَجْرِي تَحْتَهَا الْأَنْهَارُ خَالِدِينَ فِيهَا أَبَدًا ۚ ذَٰلِكَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ
Muhaajirootaafi Ansaarota irraas dursitoonni jalqabdoota ta’aniifi warri toltuudhaan isaan hordofanis, Rabbiin isaan irraa jaalateeraIsaanis Isa irraa jaalatanii jiruJannata ishee jala laggeen yaatus kan ishee keessatti hafan ta’anii isaaniif qopheessee jiraKun milkii guddaadha
101وَمِمَّنْ حَوْلَكُم مِّنَ الْأَعْرَابِ مُنَافِقُونَ ۖ وَمِنْ أَهْلِ الْمَدِينَةِ ۖ مَرَدُوا عَلَى النِّفَاقِ لَا تَعْلَمُهُمْ ۖ نَحْنُ نَعْلَمُهُمْ ۚ سَنُعَذِّبُهُم مَّرَّتَيْنِ ثُمَّ يُرَدُّونَ إِلَىٰ عَذَابٍ عَظِيمٍ
Tikfattoota baadiyyaa irraa gariin warra naannoo keessan jiruu munaafiqootaWarra Madiinaa irraas (namoota) munaafiqummaa irratti ragga’an, kan ati isaan hin beeknetu jiruNuti isaan ni beeknaFuula dura yeroo lama[] isaan adabnaErgasii isaan gara adabbii guddaa deebifamu
102وَآخَرُونَ اعْتَرَفُوا بِذُنُوبِهِمْ خَلَطُوا عَمَلًا صَالِحًا وَآخَرَ سَيِّئًا عَسَى اللَّهُ أَن يَتُوبَ عَلَيْهِمْ ۚ إِنَّ اللَّهَ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Warri biroo immoo kan badii isaanii fudhatan, dalagaa gaariifi fokkataa biraa walitti makantu jiru; Rabbiin tawbaa isaanii irraa qeebaluun mirkanaa’eDhugumatti Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha
103خُذْ مِنْ أَمْوَالِهِمْ صَدَقَةً تُطَهِّرُهُمْ وَتُزَكِّيهِم بِهَا وَصَلِّ عَلَيْهِمْ ۖ إِنَّ صَلَاتَكَ سَكَنٌ لَّهُمْ ۗ وَاللَّهُ سَمِيعٌ عَلِيمٌ
Qabeenya isaanii irraa sadaqaa isheedhaan isaan qulqulleessituufi isaaniif dabaltuun fuudhiRabbiinis isaaniif kadhu; kadhaan kee isaaniif tasgabbiidhaRabbiin dhagayaa, beekadha
104أَلَمْ يَعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ هُوَ يَقْبَلُ التَّوْبَةَ عَنْ عِبَادِهِ وَيَأْخُذُ الصَّدَقَاتِ وَأَنَّ اللَّهَ هُوَ التَّوَّابُ الرَّحِيمُ
Sila isaan ‘Rabbiin Isatu gabroota Isaa irraa tawbaa qeebalaafi sadaqaas fudha’ jechuu hin beeknee? Ammas dhugumatti ‘Rabbiin isatu tawbaa qeebalaafi rahmata godhaa dha’ jechuus (hin beeknee)
At-TawbahTarreeffama Qur'ana
129Aayah
MedinanRevelation
102Aayah

Hiikkaa — At-Tawbah 102

Suuratu At-Tawbah Aayah 102 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warri biroo immoo kan badii isaanii fudhatan, dalagaa gaariifi fokkataa…

Suuratu Aayah 102/129 — Suuratu At-Tawbah التوبة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tawbah Caqasi, Suuratu At-Tawbah Hiikkaa, Suuratu At-Tawbah mp3, Suuratu At-Tawbah pdf. Aayah 100–104. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers