Al-Balad · 16/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Balad
أَوْ مِسْكِينًا ذَا مَتْرَبَةٍ ۝١٦
Aw miskeenan zaa matrabah
📖 Afaan Oromoon
Yookiin hiyyeessa harkaan lafa qabate (deege)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — Suuratu Al-Balad

14أَوْ إِطْعَامٌ فِي يَوْمٍ ذِي مَسْغَبَةٍ
Yookiin guyyaa beelaa keessa nyaachisuudha
15يَتِيمًا ذَا مَقْرَبَةٍ
Yatiima fira ta’an
16أَوْ مِسْكِينًا ذَا مَتْرَبَةٍ
Yookiin hiyyeessa harkaan lafa qabate (deege)
17ثُمَّ كَانَ مِنَ الَّذِينَ آمَنُوا وَتَوَاصَوْا بِالصَّبْرِ وَتَوَاصَوْا بِالْمَرْحَمَةِ
Ergasii warra amananii, obsa waliif dhaamaniifi rahmata waliif dhaaman irraa maaliif hin taane
18أُولَٰئِكَ أَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ
Isaan sun warra mirgaati
Al-BaladTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-Balad 16

Suuratu Al-Balad Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yookiin hiyyeessa harkaan lafa qabate (deege)

Suuratu Aayah 16/20 — Suuratu Al-Balad البلد (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Balad Caqasi, Suuratu Al-Balad Hiikkaa, Suuratu Al-Balad mp3, Suuratu Al-Balad pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers