Al-Balad · 12/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Balad
وَمَا أَدْرَاكَ مَا الْعَقَبَةُ ۝١٢
Wa maaa adraaka mal`aqabah
📖 Afaan Oromoon
Tulluttiin maal akka taate maaltu si beeksise

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Al-Balad

10وَهَدَيْنَاهُ النَّجْدَيْنِ
Karaa lama (gaariifi badaa) isaaf ibsine
11فَلَا اقْتَحَمَ الْعَقَبَةَ
Sila maaliif tulluu hin dabrine
12وَمَا أَدْرَاكَ مَا الْعَقَبَةُ
Tulluttiin maal akka taate maaltu si beeksise
13فَكُّ رَقَبَةٍ
(Inni) Gabra bilisoomsuudha
14أَوْ إِطْعَامٌ فِي يَوْمٍ ذِي مَسْغَبَةٍ
Yookiin guyyaa beelaa keessa nyaachisuudha
Al-BaladTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Al-Balad 12

Suuratu Al-Balad Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Tulluttiin maal akka taate maaltu si beeksise

Suuratu Aayah 12/20 — Al-Balad البلد (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Balad Caqasi, Al-Balad Hiikkaa, Al-Balad mp3, Al-Balad pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers