Al-Balad · 8/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Balad
أَلَمْ نَجْعَل لَّهُ عَيْنَيْنِ ۝٨
Alam naj`al lahoo `aynayn
📖 Afaan Oromoon
Sila Nuti ija lama isaaf hin taasifnee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 6-10 — Suuratu Al-Balad

6يَقُولُ أَهْلَكْتُ مَالًا لُّبَدًا
“Qabeenya guddaan balleesse" jedha
7أَيَحْسَبُ أَن لَّمْ يَرَهُ أَحَدٌ
Sila inni tokkolleen isa hin arguu yaadaa
8أَلَمْ نَجْعَل لَّهُ عَيْنَيْنِ
Sila Nuti ija lama isaaf hin taasifnee
9وَلِسَانًا وَشَفَتَيْنِ
Arrabaafi hidhii lamas
10وَهَدَيْنَاهُ النَّجْدَيْنِ
Karaa lama (gaariifi badaa) isaaf ibsine
Al-BaladTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — Al-Balad 8

Suuratu Al-Balad Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila Nuti ija lama isaaf hin taasifnee

Suuratu Aayah 8/20 — Suuratu Al-Balad البلد (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Balad Caqasi, Suuratu Al-Balad Hiikkaa, Suuratu Al-Balad mp3, Suuratu Al-Balad pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers