Al-Balad · 4/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Balad
لَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ فِي كَبَدٍ ۝٤
Laqad khalaqnal insaana fee kabad
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Nuti nama cinqii[] keessatti uumne
🎧 Caqasi

📜 Aayah 2-6 — Al-Balad

2وَأَنتَ حِلٌّ بِهَٰذَا الْبَلَدِ
Ati biyyi kun (lolaan banuun) siif eeyyamamaadha
3وَوَالِدٍ وَمَا وَلَدَ
Abbaafi waan inni dhaleenis (nan kakadha)
4لَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ فِي كَبَدٍ
Dhugumatti, Nuti nama cinqii[] keessatti uumne
5أَيَحْسَبُ أَن لَّن يَقْدِرَ عَلَيْهِ أَحَدٌ
Sila inni tokkolleen[] isa irratti hin dandauu yaadaa
6يَقُولُ أَهْلَكْتُ مَالًا لُّبَدًا
“Qabeenya guddaan balleesse" jedha
Al-BaladTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-Balad 4

Suuratu Al-Balad Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Nuti nama cinqii[] keessatti uumne

Suuratu Aayah 4/20 — Al-Balad البلد (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Balad Caqasi, Al-Balad Hiikkaa, Al-Balad mp3, Al-Balad pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers