Al-Balad · 5/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Balad
أَيَحْسَبُ أَن لَّن يَقْدِرَ عَلَيْهِ أَحَدٌ ۝٥
Ayahsabu al-lai yaqdira `alaihi ahad
📖 Afaan Oromoon
Sila inni tokkolleen[] isa irratti hin dandauu yaadaa
🎧 Caqasi

📜 Aayah 3-7 — Al-Balad

3وَوَالِدٍ وَمَا وَلَدَ
Abbaafi waan inni dhaleenis (nan kakadha)
4لَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ فِي كَبَدٍ
Dhugumatti, Nuti nama cinqii[] keessatti uumne
5أَيَحْسَبُ أَن لَّن يَقْدِرَ عَلَيْهِ أَحَدٌ
Sila inni tokkolleen[] isa irratti hin dandauu yaadaa
6يَقُولُ أَهْلَكْتُ مَالًا لُّبَدًا
“Qabeenya guddaan balleesse" jedha
7أَيَحْسَبُ أَن لَّمْ يَرَهُ أَحَدٌ
Sila inni tokkolleen isa hin arguu yaadaa
Al-BaladTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Al-Balad 5

Suuratu Al-Balad Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila inni tokkolleen[] isa irratti hin dandauu yaadaa

Suuratu Aayah 5/20 — Al-Balad البلد (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Balad Caqasi, Al-Balad Hiikkaa, Al-Balad mp3, Al-Balad pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers