Yunus · 109/109
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Yunus
وَاتَّبِعْ مَا يُوحَىٰ إِلَيْكَ وَاصْبِرْ حَتَّىٰ يَحْكُمَ اللَّهُ ۚ وَهُوَ خَيْرُ الْحَاكِمِينَ ۝١٠٩
Qattabi` maa yoohaaa ilaika wasbir hattaa yahkumal laah; wa Huwa khairul haakimeen
📖 Afaan Oromoon
Waan gara keetti wahyii godhames hordofiHanga Rabbiin murtii kennuttis obsiInnis irra caalaa murteessitootaati

🎧 Caqasi


📜 Aayah 107-109 — Suuratu Yunus

107وَإِن يَمْسَسْكَ اللَّهُ بِضُرٍّ فَلَا كَاشِفَ لَهُ إِلَّا هُوَ ۖ وَإِن يُرِدْكَ بِخَيْرٍ فَلَا رَادَّ لِفَضْلِهِ ۚ يُصِيبُ بِهِ مَن يَشَاءُ مِنْ عِبَادِهِ ۚ وَهُوَ الْغَفُورُ الرَّحِيمُ
Yoo Rabbiin rakkinaan si tuqes, Isa malee wanti isa fuudhu hin jiru; yoo toltuun si fedhees, tola Isaa wanti deebisu hin jiruIsaan (tola saniin) gabroota Isaa irraa nama fedhe tuqaInnis araaramaa, rahmata godhaadha
108قُلْ يَا أَيُّهَا النَّاسُ قَدْ جَاءَكُمُ الْحَقُّ مِن رَّبِّكُمْ ۖ فَمَنِ اهْتَدَىٰ فَإِنَّمَا يَهْتَدِي لِنَفْسِهِ ۖ وَمَن ضَلَّ فَإِنَّمَا يَضِلُّ عَلَيْهَا ۖ وَمَا أَنَا عَلَيْكُم بِوَكِيلٍ
“Yaa namootaa! Dhugumatti, Gooftaa keessan irraa dhugaan isinitti dhufee jiraKanaafuu namni qajeele, kan inni qajeelu lubbuma ofiitiifiNamni jallates, kan inni jallatu isuma irrattiAnis isin irratti bakka bu’aa miti” jedhi
109وَاتَّبِعْ مَا يُوحَىٰ إِلَيْكَ وَاصْبِرْ حَتَّىٰ يَحْكُمَ اللَّهُ ۚ وَهُوَ خَيْرُ الْحَاكِمِينَ
Waan gara keetti wahyii godhames hordofiHanga Rabbiin murtii kennuttis obsiInnis irra caalaa murteessitootaati
YunusTarreeffama Qur'ana
109Aayah
MeccanRevelation
109Aayah

Hiikkaa — Yunus 109

Suuratu Yunus Aayah 109 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Waan gara keetti wahyii godhames hordofiHanga Rabbiin murtii kennuttis obsiInnis…

Suuratu Aayah 109/109 — Suuratu Yunus يونس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Yunus Caqasi, Suuratu Yunus Hiikkaa, Suuratu Yunus mp3, Suuratu Yunus pdf. Aayah 107–109. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers